Matthew 7:1 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus, “Waaqi akka isinitti hin murre, isin namatti hin murina'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan nama inqorina, aka namileeni waan keesani inqorre;
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus, “Namatti hinmurinaa akka isaniilleetti hinmure;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus ammallee akkana jedhe, «Rabbi akka isinitti hin murteessine, isin namatti hin murteessinaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus, «Rabbi akka isinitti hin murteessine, isin namatti hin murteessinaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Itti aanssee'llee Yesus akkana ni jedhe, «Isin irratti akka hin murtteeffamnneef, eennuun irratti'llee hin murtteessinaa,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus, «Waaqi akka isinitti hin murre, isin namatti hin murina'a.