Matthew 7:14 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Karaan gara jiru'uu geessu ammoo qadha'aa; karrille dhiphoo waan teeteef, worri karaa jiru'uu san dhaggatu diqqa'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Balbala d'ipofi karaani jabaani jireennati nama geesa, nami argatuleeni diqa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Balbala dhiphoo fi karaan jabaan jireennaatti nama geessa, namii argatuulleen diqqaa” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Karaan gara jireennaa fidu qadho'o; karri dhiphoo waan taateef; worri karaa jiru'uu san argatu hago'o.»
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Karaan gara jireennaa fidu qadho'o; karrillee dhiphoo waan taateef, worri karaa jiru'uu san argatu diqqa'a.»
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Balballi gara jireennaa aseensisu garuu dhipho'oo, karaan'llee rakkisa'a» namoonni isa argatan'llee muraasota.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Karaan gara jiru'uu geessu ammoo qadha'aa; karrille dhiphoo waan teeteef, worri karaa jiru'uu san dhaggatu diqqa'a» jedhe.