Matthew 7:15 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus itti dabalee, “Raagota dharaa irraa ifi eeggadda'a; isaan gubbaa irra hoolota fakkaatanee, gara keessan dhufan; keessi isaanii ammoo yayyii isin butattu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Raagoota d'ara eegad'a, ta bifa jijiratte isaniti d'uftu, ammo keesi worraa aka yai jira.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus, “Raagota dharaa eegadhaa, ta hoolaa fakkaachuuf gogaa hoolaa uyyifattee gara keessan dhuftu, keessii isanii ammoo akka ya'ii beellooftee jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus ammallee akkana jedhe, «Raattota sobaa worra hoolaa fakkaachu'uuf gogaa hoola'aa uffatanii isinitti dhufan; ka keessi isaanii ammo akka Yayyii waa butuu ta'an irraa uf eegaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus ammallee, «Raattota dharaa irraa uf eeggadhaa'a; hoolaa fakkaachu'uuf gogaa hoola'aa uffatanii, gara keessan hin dhufan; keessi isaanii ammoo akka Yayyii beeloftee ti.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Kaldhoo hoola'aa uffatanii worra isinitti dhufan, keessa isaanii titti garuu akka yayyii buttu'uu kata'an, nabiyyoota dharaa irraa ufi eeggadhaa,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus itti dabalee, «Raagota dharaa irraa ifi eeggadha'a; isaan gubbaa irra hoolota fakkaatanee, gara keessan dhufan; keessi isaanii ammoo yayyii isin butattu.