Matthew 7:16 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Midhaan isaaniitiin isaan beettan. Midhaan woyni'ii kom'olcha irraa, midhaan harru'uu waaccuu irraa hin guuranu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Mid'aani worraatiini worra beetani. Mid'aani zabibu qoraati iraa guurani? Yokhaani d'eeka mogorre iraa guurani:
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Midhaan warraatiin warra beettan. Midhaan Wayinii qoraattii irraa inguuranii? Yokaan dheekkaa irraa mogorree inguuranii?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan daraaraa hujii ufiitiin beekkaman; qoree irraa woyinii, qummuudduu irraa hurbuu hin guuranii?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Daraaraa hujii isaaniitiin isaan beettan. Qoree irraa woyinii, qummuudduu irraa hurbuu hin guuranii?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isaan'llee ka beekitan firii hujii isaaniitiin. Ximirroo qore'ee irraa firii woyinni'ii, qoree shishiikkoo irraa'llee firiin harbbu'uu ni guuramaa ree?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Midhaan isaaniitiin isaan beettan. Midhaan woyni'ii kom'olcha irraa, midhaan harru'uu waaccuu irraa hin guuranu.