Matthew 7:17 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Akkasuma, muki dansaan midhaan dansaa, muki hamaan midhaan hamaa buusa.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Mukhi dansaani ch'ufti mid'aani dansa baasa, ammo mukhi hamaani mid'aani hamo baasa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Mukii dansaan midhaan dansaa baasa, mukii hamaan ammoo midhaan hamoo baasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkasuma munni mishaan maruu daraaraa mishaa daraara; munni badaan daraaraa badaa daraara.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akkasuma munni mishaan maruu daraaraa mishaa daraara. Munni badaan daraaraa badaa daraara.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Akkuma kana mukinni mishaan marrinuu firii mishaa ni daraara, mukinni badaan garuu firii badaa ni daraara.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkasuma, muki dansaan midhaan dansaa, muki hamaan midhaan hamaa buusa.