Matthew 7:19 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Muki midhaan dansaa hin buunne martinuu muramee ibiddatti gatama.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Mukha mid'aani dansa imbaamne ch'ufa muraniti ibida keesa buusani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Mukaa midhaan dansaa hinbaamne cufa muranitti ibidda keessa buusan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Munni daraaraa mishaa hin daraarre maruu muramee ibiddatti gatama.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Munni daraaraa mishaa hin daraarre martinuu muramee ibiddatti gatama.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Firii mishaa mukinni hin daraare marrinuu, muramee gara ibiddaa titti ni gatama.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Muki midhaan dansaa hin buunne martinuu muramee ibiddatti gatama.