Matthew 7:20 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Tanaaf midhaan isaaniitiin raagota dharaa beettan” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi mid'aani worraatiini worra beetani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tanaaf midhaan warraatiin warra beettan” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaaf daraaraa isaaniitiin isaan beettan.»
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kanaaf daraaraa isaaniitiin isaan beettan.»
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf nabiyyoota dharaawwanii firii hujii isaaniitiinuu isaan ni beekittan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf midhaan isaaniitiin raagota dharaa beettan» jedhe.