Matthew 7:26 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
“Nami jecha kiyya dhage'ee hujii irra hin oolchine namicha gowwaa mana ifii maansa irratti ijaarrate tokko fakkaata.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami dubbi tiyya tana d'agaye inguunne nama daalle ka mana maansa irati ijaare fakaata.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii dubbii tiyya tana dhaga'ee hinguunne, nama daallee mana isaa maansaa irratti jaarratte fakkaata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Namni dubbii kiyya kana dhagayee hujii irra hin oolchine ammo, namicha gowwaa mana ufii shasharee irratti ijaarate fakkaata.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
«Namni dubbii kiyya kana dhagayee hujii irra hin oolchine, namicha gowwaa mana ufii shasharee irratti ijaarate fakkaata.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Dubbii kiyya kana dhagayee ka hujii irra hin oolichine garuu, nama mana isaa cirracha irratti ijaare gowwaa fakkaata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Nami jecha kiyya dhage'ee hujii irra hin oolchine namicha gowwaa mana ifii maansa irratti ijaarrate tokko fakkaata.