Matthew 7:28 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus yennaa dubbii tana dubbatee fixe, gumiin barsiisa isaatitti baaseffatte.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni dubbi tana barsiimnaani, nami ch'ufti guddo waan barsiisa isaa mame.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus dubbii tana barsiimnaan, namii cuftii guddoo waan barsiisa isaa mamee,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus hennaa dubbii kana dubbatee fixe, gumiin barumsa isaa hin baaseffatan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus hennaa dubbii kana dubbatee fixe, gumiin barumsa isaa hin baaseffate.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus wonittoota kanniin dubbatee yeroo xumuretti, ummanni barsiisa isaa ni maalaliffatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus yennaa dubbii tana dubbatee fixe, gumiin barsiisa isaatitti baaseffatte.