Matthew 7:29 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Inni akka barsiisota isaanii ta Seera Muuse'ee adoo hin te'in, akka nama baallii qabuu tokko isaan barsiise.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni aka jara Seera beekhu nama imbarsiimne, ammo aka nama jabeenna qabu barsiise.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Innii akka jara seera beekuu nama hinbarsiimnee, ammoo akka nama jabeenna qabuu barsiise” jedhan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni akka barsiisota seera Muuse'eetitti uduu hin ta'in, akka nama baallii qabuutitti waan isaan barsiiseef.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Inni akka barsiisota seera Muuse'eetitti uduu hin ta'in, akka nama baallii qabuutitti waan isaan barsiiseef.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ka baaseffatan'llee inni akka barsiisota isaanii ka seeraa titti uduu hin ta'in, akka nama aangoo qabuu titti, isaan barsiisa waan tureef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni akka barsiisota isaanii ta Seera Muuse'ee adoo hin te'in, akka nama baallii qabuu tokko isaan barsiise.