Matthew 7:6 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
“Waan Waaqaaf male sarootaaf hin kennina'a; isinitti garagalanee isin ciniinan. Dooqa keessan ka gatii guddoo qabulle booyyota dura hin buusina'a; isaan miilaan irra sirban.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan qulqullo saree inkennani; ammalle booyye dura dooqa imbuusina, aka isiini miilaani ira ejaanjatte isaniti garagalte isani inyaanne.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Gargaltee akka isanuma hin nyaanneWaan qulqulloo saree hinkennina. Ammallee dooqa booyyee dura hinbuusinaa, akka isiin miilaan irra hinejaajjanne” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Waan woyyoome sariinii hin kenninaa'a; isinitti gara galanii isin ciniinanii. Meeshaa keessan ka gatii mi'a'aa booyyota afoo hin buusinaa'a!»
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
«Waan woyyoome sariinii hin kenninaa'a; isinitti garagalanii isin ciniinanii. Meeshaa keessan ka gatii mi'a'aa booyyota afoo hin buusinaa'a!»
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Waan Qulqulluu ta'e sariiniif hin kenniinaa, dooqan keessan'llee booyyeewwan duranatti hin gatinaa, booyyeewwan dooqan teessan miila isaaniitiin ni dhidhiitaniin, sariin'llee deebi'anii isin ni ciniinan.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Waan Waaqaaf male sarootaaf hin kennina'a; isinitti garagalanee isin ciniinan. Dooqa keessan ka gatii guddoo qabulle booyyota dura hin buusina'a; isaan miilaan irra sirban» jedhe.