Matthew 7:9 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isin keessa ilmi isaa daabboo yoo kadhate, ka dhakaa kennuuf eennu?
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eentu yo ilmi isaa qit'a kad'ate d'akha kennaafi?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Eentu yo ilmii isaa qixxaa kadhate dhakaa kennaaf?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin keessaa ilmi isaa yoo xoroshoo kadhate ka dhagaa kennuuf eennu?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isin keessaa ilmi isaa yoo xoroshoo kadhate, ka dhagaa kennuuf eennu?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isin jiddu'uu finni isaa daabboo yoo kadhateen, dhagaa ka kennuuf eennu?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin keessa ilmi isaa daabboo yoo gaafate, ka dhakaa kennuuf eennu?