Matthew 8:1 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus yennaa gaara irraa gad bu'e, gumiin hedduun isa hordotte.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni gaara iraa gadi buunaani, gumiini guddooni isa gula yaate.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus gaara irraa gad buunaan, gumiin guddoon isa gula yaate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus hennaa gaara irraa gad bu'e, gumiin hedduu isa faana deeman.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus hennaa gaara irraa gadi bu'e, gumiin hedduu isa faana deeman.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus yeroo Gaara irraa bu'etti, namoonni haalaan baayi'e'ee ni horddofaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus yennaa gaara irraa gad bu'e, gumiin hedduun isa hordotte.