Matthew 8:10 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus yennaa tana dhage'e, baaseffatee worra isa hordofuun, “Ani isinitti hima, Israa'el keessatti dhugeeffannaa guddoo akkasii nama qabu tokkochalle hin dhaggine.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni waan kana d'ageennaani mame, worra isa gula yauni waan jed'e, D'uguma, waan anini isaniini jed'u, d'ugefacha akana tana anini taka Israeli keesaleti ingarre.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus waan kana dhageennaan mamee, warra isa gula yaa'uun, “Dhugumaa, waan anin isaniin jedhuu, dhugeeffachaa akkanaa tana Israa'el keessaalleetti anin takka hingarre.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus hennaa waan kana dhagaye maalalee worra isa hordofuun, «Ani isinitti himaa Israa'eliin keessatti nama amantaa guddaa akkanaa qabu tokkochallee hin argine.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus hennaa waan kana dhagaye maalalee worra isa hordofuun, «Ani isinitti himaa, Isiraa'eliin keessatti amantaa guddaa akkanaa nama qabu tokkochallee hin argine.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus'llee kana yeroo dhagayetti ni maalalffate, isa horddofan namoota turaniin'llee akkana ni jedhe, «Dhugamaan isiniin jedha, amantii hagana gayu guddaa ka qabu, nama tokko'llee Israa'eelumaan keessattuu hin arganne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus yennaa tana dhage'e, baaseffatee worra isa hordofuun, «Ani isinitti hima, Israa'el keessatti dhugeeffannaa guddoo akkasii nama qabu tokkochalle hin dhaggine.