Matthew 8:12 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
worri mootummaa Waaqaa keessa te'uu male ammoo addee itti booyanuu fi ilkaan itti qaranu gara alaa dukkanatti hin gataman” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo nami Finna suni iti d'alate dukana ala keesa buusani, achiti nami bohe ilkaani qara.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Nama ammoo mootummaa sunitti dhalatee dukkana alaa keessa buusan; achitti namii boo'ee ilkaan qara” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
worri jeennata keessa taa'uu malan ammo hulee itti booyanii fi ilkaan itti qaran gara diidaa dukkanatti gataman» jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
worri jeennata keessa taa'uu malan ammoo, hulee itti booyanii fi ilkaan itti qaran gara diidaa dukkanatti gataman» jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Dhaaltota Mootummaa kana ta'uun ka isaaniin malu turan garuu, gara dukkana ala jiruu titti ni gataman. Achitti'llee booyaa fi ilkaan qaruun ni ta'a.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
worri mootummaa Waaqaa keessa te'uu male ammoo addee itti bowanuu fi ilkaan itti qaranu gara alaa dukkanatti hin gataman» jedhe.