Matthew 8:17 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Wonni Isaayaasiin raagichi, “Inni dhibee teenna fudhate, dhukkuba keennalle ba'ate” jedhe akka muummottuuf inni tana godhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti kunini aka fagiisi raagi Isayani jed'e guutamu agarsiifti: Inni d'ukuba keenna fud'ate, fayyad'aba keennale baate.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Wantii kunin akka himanii raagii Isaayas, “Innii dhukkuba keenna fudhatee, fayyadhaba keennaallee baate” jedhe guutamu garsiifti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Wonti Isaayyaas raattichi, «Inni dadhabbii keenna nu irraa fudhate; Dhukkuba keennallee baate» jedhe haa raawwatamu'uuf kana godhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Wonti Isaayaas raattichi, «Inni dadhabbii keenna nu irraa fudhate. Dhukkuba keennallee baate» jedhe haa raawwatamu'uuf inni kana godhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kana'llee raawwachuu isaatiin nabiyyicha Isaayaasiin, «Inni dhibee keenna ni fudhate, dhukkubsata keenna'llee ni baadhate» raaginni jedhame, ni raawwatame.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Wonni Isaayaasiin raagichi, «Inni dhibee teenna fudhate, dhukkuba keennalle ba'ate» jedhe akka muummottuuf inni tana godhe.