Matthew 8:18 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus adaala ifiititti gumii hedduu yennaa dhagge, gara abbaaya'aan gamaa akka bu'anu barattoota ifii ajaje.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni gumi isa marsitu arginaani aka gama galaana kaaniti taakani buufate.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus gumii isa marsitu arginaan akka jari isaa gama galaanaa kaanitti taakku ajaje.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus namoonni hedduu akka isa marsan argee, akka gama ceeyan darasoota ufii ajaje.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus namoonni hedduu akka isa marsan argee, gama akka ceeyan darasoota ufii ajaje.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus namoonni baayi'een naannaya isaa titti wolgayanii yeroo argetti, gara garba ciisa'aan gamaa akka ce'aniif, barattoota isaa ni ajaje.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus adaala ifiititti gumii hedduu yennaa dhagge, gara abbaaya'aan gamaa akka bu'anu barattoota ifii ajaje.