Matthew 8:21 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Baratoota isaa keessaa ka dhibiin, Yesuusiin, “Gootta'a, dursee dhaqee abbaa kiyya akka awwaaladhu naa eeyyam” jedheen.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jara isaa keesaa nami toko waan jed'eeni, Aabbo, eegi, qara d'aqe Aabbo awaala.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jara isaa keessaa namii tokko, “Aabboo, eegii qara dhaqee aabboo awwaalaa!” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Darasoota isaa keessaa tokko Yesuusiin, «Gooftaa'a! Duraan dursee dhaqee abbaa kiyya akka awwaalu na hoffolchi» jedheen.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Darasoota isaa keessaa tokko Yesuusiin, «Gooftaa'a! Duraan dursee dhaqee abbaa kiyya akka awwaalu na hoffolchi» jedheen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Barattoota isaa keessaa'llee tokko, «Yaa Gooftaa jalqaba deemee abbaa kiyya akka awaaladhuuf naa eeyyami!» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Baratoota isaa keessaa ka dhibiin, Yesuusiin, «Gootta'a, dursee dhaqee abbaa kiyya akka awwaaladhu naa eeyyam» jedheen.