Matthew 8:23 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yennaa Yesuus hoboloo takka yaabe, barattooti isaalle isa woliin deemane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni hobolo seennaani, jari isaa isa gula yae.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus hoboloo seennaan, jarii isaa isa gula yaa'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa Yesuus gara yabalaa seenu darasoonni isaallee isa faanaa deeman.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa Yesuus gara yabalaa seenu, darasoonni isaallee isa faanaa deeman.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus'llee gara hobolo'oo irraa yeroo bayutti, barattoonni isaa isa ni horddofaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa Yesuus hoboloo takka yaabe, barattooti isaalle isa woliin deemane.