Matthew 8:24 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Dedhuma bubbeen hantuun abbaayaa gubbaa kaatee, hoboloolle danbali'iin lixiisa geette; Yesuus ammoo rafeeraayyu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Bubbeeni guddooni galaana d'oofte, d'awaani hobolo roraafte, ammo Yesoni rafu jira.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Bubbeen guddoon galaana dhooftee, dhawwaan hoboloo roraafte, Yesus ammoo rafuu jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dambaliin yabala liqimsuu geennaan guddisanii raafaman; hennaa san Yesuus hin rafeera.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Dambaliin yabala liqimsuu geennaan guddisanii raafaman; hennaa san Yesuus rafeera.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Danbaliin ol aanaan garba ciisaa irratti waan ka'eef, danbaliin hoboloo garagalchee jala dibu'uun ni gaye, Yesus garuu rafee jira ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dedhuma bubbeen hantuun abbaayaa gubbaa kaatee, hoboloolle danbali'iin lixiisa geette; Yesuus ammoo rafeeraayyu.