Matthew 8:25 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Barattooti gara Yesuusii dhaqanee dammassanee, “Gootta'a, nu fayyisi! Dhumataarraa!” jedhaneen.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri d'aqe isa damase waan jed'eeni, Aabbo, nu baasi, nu badu jirra.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warrii dhaqee isa dammassee, “Aabboo, nu baas! Nu baduutti jirraa” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Darasoonni gara Yesuusii dhaqanii, «Maal bannee Gooftaa keenna! Nu hambisi» jedha'aa isa dammassan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Darasoonni gara Yesuusii dhaqanii, maal bannee Gooftaa keenna! Nu hambisi jedha'aa isa dammassan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Barattoonni isaa'llee gara Yesusii dhiyaatanii, «Yaa Gooftaa! Badu'uuf jiraatii nu oolichi!» jedhanii hirribaa ni kaasaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Barattooti gara Yesuusii dhaqanee dammassanee, «Gootta'a, nu fayyisi! Dhumataarraa!» jedhaneen.