Matthew 8:27 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan baaseffatanee, “Kun nama attamii ti? Bubbe'ee fi danbaliille hin ajajamaniif!” jedhane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Biyyiti maadefatte waan jette, Kunini nama akami, ka qilleensafi galaanileeni sarmuufi?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Biyyitii maadeffattee, “Kunin nama akkam, ka qilleensaa fi galaaniilleen sarmuuf?” jette.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kana irratti namoonni maalalfatanii, «Ka bubbeenii fi dambaliin ajajamuuf kun nama attamiiti?» jedhan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kana irratti namoonni maalalfatanii, «Ka bubbeenii fi dambaliin ajajamuuf kun, nama attamiiti?» jedhan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Namoonni'llee maalalffatanii, «Kun ka bubbe'ee fi ka garb ciisaan'llee ajajamaniif, nama attamiit?» jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan baaseffatanee, «Kun nama attamii ti? Bubbe'ee fi danbaliille hin ajajamaniif!» jedhane.