Matthew 8:28 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus abbaaya'aan gamatti bu'ee biyya Gadara'aa yennaa dhufe, namooti durriis keessa jiru lamaan goda awwaalaatii gad itti dhufane; namooti kun haga nami karaa san dabariisa dadhabutti akka malee sodaachisane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni gama galaana, lafa Gerasi jed'ani taakinaani, jari lama ka jinni qabu ka awaala keesaa yae isaani bahe. Jari guddo bineensae, tanaafi nami tokoleeni dandae kara suni gula indeemu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii gama galaanaa, gara lafa “Gadaraa” jedhanii taakkinaan, namii lama ka jinnii qabu awwaala keessaa yaa'e isaan ba'e. Jarii guddoo bineensa'ee, namii tokkoolleen karaa sun gula yaa'uu dadhabe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa Yesuus gama ceeyee biyya Gergesenoonii dhufe, namoonni lamaan jinniin dhayeeru bakka awwaalaatii bayanii itti dhufan; isaan guddisanii hammeeyyii waan turaniif haga namni karaa saniin lufuu dadhabutti sodaachisa'aa turan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa Yesuus gama ceeyee biyya Gergesenoonii dhufe, namoonni lamaan jinniin dhayeeru bakka awwaalaatii bayanii itti dhufan; isaan guddisanii hammeeyyii waan turaniif haga namni karaa saniin lufuu dadhabutti sodaachisa'aa turan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus garba ciisaa Galiila'aa ce'ee gara Gergesenoon yeroo dhufetti, jinni'iin ka isaan qabee jiru namoonni lamaa, bakka awwaalaatii bayanii gara isaa ni dhufan, haalaan'llee hamaaleyyii waan turaniif naminni kumi'llee, karaa saniin dabrru'uuf hin danda'u ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus abbaaya'aan gamatti bu'ee biyya Gadara'aa yennaa dhufe, namooti durriisi keessa jiru lamaan goda awwaalaatii gad itti dhufane; namooti kun haga nami karaa san dabariisa dadhabutti akka malee sodaachisane.