Matthew 8:29 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan dedhuma, “Yesuus, Ilma Waaqaa, maan nu irraa qadda? Yennaan adoo hin geyin nu farrisiisiisa dhutee?” jedhaa iyyane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri iye waan jed'e, Atini maani nuraa qabda, Ee Ilma Waaqa? Ato guyyaani ingahiini nu gaargalchu d'ufte?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warrii iyyee, “Atin maan nurraa qabda, Ee ilma Waaqaa? Adoo guyyaan hinga'in nu gaargalchuu dhuftee?” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan, «Yesuus Ilma Rabbii! maal nu irraa qabda? hennaan uduu hin geenne nu rakkisu'uuf dhuftee?» jedha'aa iyyan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaanillee, «Yesuus, Ilma Rabbii, maal nu irraa qabda? hennaan uduu hin geenne nu rakkisu'uuf dhuftee?» jedha'aa iyyan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isaan'llee, «Ati yaa Ilma Waaqaa, ati nu'uun woliin dhimma maal qabdda? Uduu yeroon hin gayin nu makkaraarsu'uuf dhufitte moo?» jedha'aa, ni iyyan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan dedhuma, «Yesuus, Ilma Waaqaa, maan nu irraa qadda? Yennaan adoo hin geyin nu farrisiisiisa dhuttee?» jedhaa iyyane.