Matthew 8:3 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus harka ifii diriissee isa qabee, “Hin fedha, fayyi!” jedheen; yennuma san namichi dhukkuba ifii irraa fayye.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni harka diriirfate, isa tuqe waan jed'eeni, Imfed'a, fayyi. Inni maro tokotu d'ukuba suni fayye.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus harka diriirfatee, isa tuqee, “Infedhaa fayyi!” jedhee, innii yoma tokkoon dhukkuba sun fayye.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus harka ufii diriirsee qabeenii, «Ee hin fedhaa fayyi!» jedheen; hennama san namichi dhukkuba irraa fayye.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus harka ufii diriirsee qabeenii, «Hin fedhaa, fayyi!» jedheen; hennama san namichi dhukkuba ufii irraa fayye.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus'llee harka isaa diriirssee qaqabeeniiti, «Eeyyamee jira fayyi!» jedheen. Waashaye'llee bakkumatti waashayinna isaa irraa ni fayye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus harka ifii diriirsee isa qabee, «Hin fedha, fayyi!» jedheen; yennuma san namichi dhukkuba ifii irraa fayye.