Matthew 8:30 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Diqquma isaan irraa fago'otti booyoti hedduun bobbaatee dheediisatti jirtiiyyu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Diqo fago worra iraa mana booyyeti d'eedu jira.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Mana booyyeetti diqqoo warra irraa fagoo dheeduutti jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gobbuun booyye'ee heddu isaan irraa fagaatanii bobbayanii dheeda'aaran.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Gobbuun booyye'ee heddu, isaan irraa fagaatanii bobbayanii dheeda'aaran.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isaan irra bakka muraasa achi fagaatee jirutti, gobbuun booyyeewwan baayi'een, bobbayee jira ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Diqquma isaan irraa fago'otti booyyoti hedduun bobbaatee dheediisatti jirtiiyyu.