Matthew 8:32 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus, “Dhaqa'a!” isaaniin jennaan, jara keessaa bayanee booyotatti galane. Booyoti sun martinuu roga qile'ee irraa gad gara abbaaya'aa oriitee liqinfante.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni beena Yaa jed'eeni. Worra keesaa yaate booyye taani duudde. Duuba booyyeeni orite, bisaani keesa duudde, bisaani liqimsani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus, “Beenaa yaa'aa!” jennaaniin warra keessaa yaatee booyyee taan duudde. Duuba booyyeen oriitee, bisaan keessa duuddee, bisaan liqimsan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus, «Dhaqaa'a!» isaaniin jennaan jara keessaa bayanii booyyotatti galan; gobbuun booyye'eellee ededa irraa gugatanii gara galaanaa ariifata'aa garba keessatti liqimfamanii dhuman.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus, «Dhaqaa'a!» isaaniin jennaan, jara keessaa bayanii booyyotatti galan. Gobbuun booyye'eellee ededa irraa gugatanii gara galaanaa ariifata'aa garba keessatti liqimfamanii du'an.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus'llee, «Deemaa» isaaniin jedhe. Kanaaf namoota keessaa bayanii gara booyyeewwanii dhaqanii isaanitti ni aseenan. Booyyeewwan marri'llee qarree qile'ee irraa gatantara'aa bu'anii, garba ciisaa keessatti kufanii ni du'an.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus, «Dhaqa'a!» isaaniin jennaan, jara keessaa bayanee booyyotatti galane. Booyyoti sun martinuu roga qile'ee irraa gad gara abbaaya'aa oriitee liqinfante.