Matthew 8:5 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus yennaa qachaa Qifirnaahomii seene, ajajaan dhibbaa tokko dhufee isa kadhatee,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni Kapernaumu seennaani, shumichi gosa Rumi toko gara isaa d'ufe, qarqaarsa kad'ate.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus Qifirnaahom seennaan, shuumichii gosa Roomaa tokko gara isaa dhufee, qarqaarsa kadhate,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus hennaa qachaa Qifirnaahoomii seene ajajaan dhibbaa tokko gara isaa dhiyaatee akkana jedhee isa kadhate,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus hennaa qachaa Qifirnaahomii seene, ajajaan dhibbaa tokko gara isaa dhiyaatee, akkana jedhee isa kadhate.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus gara magaalaa Qifrnnaahoomii yeroo aseenetti, ajajaan worra Rooma'aa ka dhibbaa tokko gara isaa dhiyaatee, kadhachu'uun,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus yennaa qachaa Qifirnaahoomii seene, ajajaan dhibba tokko dhufee isa kadhatee,