Matthew 8:6 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
“Gootta'a, tajaajilaan kiyya nafa laashowee, dhibamee mana ciisee, rakkataa farriisatti jira” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan jed'eeni, Aabbo garbichi kiyya guddo fayyaniti mana keesa ch'iisee garagalu jira, chochoule indandau.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Aabboo, hojjataan kiyya tokko fayyaanitii mana keessa ciisee gaargaluutti jiraa, chocho'uullee hindanda'u” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Gooftaa kiyya! Tajaajilaan kiyya guddisee dhukkubsatee laamshayee mana ciiseera.»
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
«Gooftaa kiyya! Tajaajilaan kiyya guddisee dhukkubsatee laamshayee mana ciiseera» jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Yaa Gooftaa, tajaajilaan kiyya naafa ta'ee, haalaan makkaraaru'uun, mana ciisee jira» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Gootta'a, tajaajilaan kiyya nafa laashowee, dhibamee mana ciisee, rakkataa farriisatti jira» jedhe.