Matthew 9:1 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus hoboloo yaabee abbaaya'aan gamatti bu'ee gara qachaa ifii dhufe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni hobolo keesa seene galaana taake, dira lafa ufi d'aqe.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus hoboloo keessa seenee galaana taakkee, dira lafa ufii dhaqe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa Yesuus yabala yaabbatee galaana ceeyee gara qachaa ufii dhufe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus yabala yaabbatee galaana ceeyee gara qachaa ufii dhufe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaan duubatti Yesus hoboloo yaabachu'uun garba ciisa'aan ce'ee, gara magaalaa mataa isaa ni dhufe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus hoboloo yaabee abbaaya'aan gamatti bu'ee gara qachaa ifii dhufe.