Matthew 9:11 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Fariisaayoti gariin kana dhagganee, barattoota isaatiin, “Barsiisaan keessan worra qaraxa guuruu fi cubbaaleyyii woliin maaf nyaata?” jedhane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba Farisayooni waan kana arginaani waan jara isatiini jette, Qaallichi keesani maafi nama damoosa guurufi nama daba qabu woliini sagale nyaata?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Duuba fariisotii waan kana arginaan jara isaatiin, “Barsiisan keessan maaf nama qaraxa guuruu fi nama cubbicha waliin sagalee nyaata?” jette.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri Fariisotaa kana arganii darasootaan, «Barsiisaan keessan maaf worra qaraxa guuruu fi cubbamtoota woliin nyaata?» jedhan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Worri Fariisotaa kana arganii, darasootaan, «Barsiisaan keessan maali'iif worra qaraxa guuruu fi cubbamoota woliin nyaata?» isaaniin jedhan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Fariisoonni kana arganii barattoota isaatiin, «Barsiisaan keessan qaraacotaatii fi fi cubbamootaan woliin, waayee maali'iitiif woliin nyaata?» isaaniin ni jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Fariisaayoti gariin kana dhagganee, barattoota isaatiin, «Barsiisaan keessan worra qaraxa guuruu fi cubbaaleyyii woliin maaf nyaata?» jedhane.