Matthew 9:12 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus yennaa kana dhage'e, “Worra dhibameef malee, worri fayyaaleyyi'iif cidheesa hin barbaachisu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni dubbi tana d'ageennaani waan jed'e, Nami fayya qabu ch'ireesa imbarbaadu, ammo nama fayyad'abe ch'allati barbaada.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus dubbii taan dhageennaan, “Namii fayyaa qabu cireessa hinbarbaadu, nama fayyadhabe callaatti barbaada.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus waan isaan jedhan dhagayee, «Dhukkubsattootaaf malee worra fayyaa qabaniif ogeessi qorichaa hin barbaachisu;
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus hennaa kana dhagaye, «Dhukkubsattootaaf malee, worra fayyaa qabaniif ogeessi qorichaa isaan hin barbaachisu jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus'llee kana dhagayee akkana jechu'uun isaanii ni deebise, «Dhukkubsattoota malee fayyaaleyyiin ogeessa fayya'aa isaan hin barbaachisu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus yennaa kana dhage'e, «Worra dhibameef malee, worra fayyaaleyyi'iif cidheessa hin barbaachisu.