Matthew 9:13 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Dhaqa'aatii Barreeffama, ‘Ani marartii barbaada malee ciinca'aa moti’ jedhu hiikkaan maan akka te'e qorqora'aatii hubadha'a. Ani cubbaaleyyii waamiisaaf dhufe malee, balchoota waamiisaaf moti” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Beena, waan jecha kana hubad'a, Anini naasu fed'a, sorio imfed'u. Anini nama daba male, nama d'uga yaamu ind'umne.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Beenaa, waan jecha kanaa hubadhaa, anin naasuu fedhaa, sooriyoo hinfedhu. Anin cubbicha malee, nama qajeelaa yaamuu hindhumne” jedheen.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haa ta'uu ammo dhaqa'aatii barreeffama araaraa barbaadaa malee, ciinca'aa miti dubbii jedhu hiikkaan maal akka ta'e baradhaa'a. Ani cubbamtoota gara araaraa waamu'uuf dhufe malee, qajeellota waamu'uufii miti» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haata'uu ammoo dhaqa'aatii barreeffama araaraa barbaadaa malee, ciinca'aa miti dubbii jedhu hiikkaan maal akka ta'e baradhaa'a. Ani Cubbamoota gara araaraa waamu'uuf dhufe malee, qajeellota waamu'uufii miti» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Deemaa, ‹ani ka barbaadu dhiifama malee kitima'aa miti› jedhamee, ka barreeffame maal jechuu akka ta'e qoradha'aatii hubadhaa. Ani ka dhufeef qulqullaawota uduu hin ta'in, cubbamoota gara dhiifamaa titti waamu'uuf» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dhaqa'aatii Barreeffama, ‹Ani marartii barbaada malee ciinca'aa moti› jedhu hiikkaan maan akka te'e qorqora'aatii hubadha'a. Ani cubbaaleyyii waamiisaaf dhufe malee, balchoota waamiisaaf moti» jedhe.