Matthew 9:16 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
“Eennulle woyaa haareya woyaa dullatti'itti hin erbu; sababille woyaan haaretti shunturrachiittee qowa duriituu ka caalu gooti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami woya hareeti kooti dullatiti erbu injiru; erbaani suni woya dullati taani intarsaafti, tarsaaleeni ira guddatti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Namii wayaa haareettii kootii dullatiitti erbu hinjiru; erbaan sun wayaa dullattii taan intarsaaftii, tarsaalleen haga qaraa irra guddaatti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Eennullee ka uffata haarawa uffata moofa'atti dhaabee hodhu hin jiru. Yoo itti dhaabamee hodhame uffanni haarofni uffata moofaa hin tarsaasa; tarsa'iinsi isaallee ka duraa caala.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
«Eennullee ka uffata haarawa uffata moofa'atti dhaabee hodhu hin jiru. Yoo itti dhaabamee hodhame uffanni haarofni uffata moofaa hin tarsaasa, tarsa'iinsi isaallee ka duraa caala.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Uffata moofe irratti subbee haarawa ka erbbu eennu'llee hin jiru, yoo erbbame garuu subbeen haarofnni uffata moofaa muree, qaawwa isaa caala'atti ni baldhisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Eennulle woyaa haareya woyaa dullatti'itti hin erbu; sababille woyaan haaretti shuntuurachiittee qowa duriituu ka caalu gooti.