Matthew 9:23 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin Yesuus gara mana bulchaa Mana Waaqeffannaa Yihudootaa yennaa dhaqe, worra suusullee gaddaa afuufuu fi gumii caakkittee boottu dhaggee,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni mana moticha kaani seennaani jara fuludo tabatufi biyya bohu jirtu arginaani
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus mana motichaa kaan seennaan jara mi'a sirbaa ka yo lubbuun namatti galtu dha'an dha'uu fi biyya boo'uu jirtu arginaan,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus hennaa gara mana bulchaa mana sagada Yihuudotaa gaye worra xurumbaa gaddaa afuufanii fi banii wocu argee,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus hennaa gara mana bulchaa mana sagada Yihuudotaa gaye, worra xurumbaa afuufanii fi banii wocu argee,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaan duubatti Yesus gara mana itti gaafatamaa bakka woligayii isaanii yeroo gayetti, worri xurunbbaa gaddaa afuufttotaa ta'anii fi namoota asii fi achi wirttaaya'aa iyyu'uun booyan ni arge.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin Yesuus gara mana bulchaa Mana Waaqonfannaa Yihudootaa yennaa dhaqe, worra suusullee gaddaa afuufuu fi gumii caakkittee boottu dhaggee,