Matthew 9:24 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
“Asii gad baya'a! Intalti rafiisatti jirti malee hin duune” jedhe. Isaan ammoo itti kollane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan jed'e, Alati baha, intalti indoone, ammo rafu jirti. Jennaani worri isa koble,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Alaatti ba'aa, intaltii hindoonee rafuu jirtii” jedhe. Jennaan, warrii isa koblee,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Asii achi gad bayaa'a! Mucattiin hin rafteerti malee hin duune» isaaniin jedhe; isaan guddisanii itti kolfan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
«Asii gad-bayaa'a! Mucattiin hin rafteerti malee, hin duune» isaaniin jedhe. Isaan guddisanii itti kolfan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Inni'llee, «Isin marri keessanuu asii baayaa! Mucattiin mugiddee jirtti malee hin duune!» isaaniin jedhe. Isaan garuu balddu'uun itti ni kolffan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Asii gad baya'a! Intalti rafiisatti jirti malee hin duune» jedhe. Isaan ammoo itti kollane.