Matthew 9:26 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Oduun marroo waan kanaa adaala san mara geette.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Oduuni tunini lafa suni ch'ufa keesa fulla ch'ufa geete.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Oduun tunin lafa sun keessa fulaa cufaa geette.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Oduun waan inni hojjate kanaa biyya maraa keessatti dhagayame.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Oduun waan inni hojjate kanaa biyya maraa keessatti dhagayame.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Gurroon waan kanaa'llee biyya san mara keessatti ni dhagayame.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Oduun marroo waan kanaa adaala san mara geette.