Matthew 9:27 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus achii ka'ee adoo dabariisatti jiruu, namooti ballaan lamaan isa hordofanee, “Ilma Daawwitii, nu marari!” jedhaa iyyane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni achi deemnaani jari ballaani lama isa gula yae waan jed'eeni, Ilma Daudi, nuu nahi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus achii deemnaan jarii ballaan lama isa gula yaa'ee, “Ilma Daawiti, nuu naa'i!” jedheen.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus achii ka'ee uduu deema'aaru namoonni ijaan hin argine lamaan, «Ilma Daawitii! nu fayyisi!» jedha'aa iyya'aa isa faanaa deeman.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus achii ka'ee uduu deema'aaru, namoonni ballaan lamaan, «Ilma Daawitii, nu fayyisi!» jedha'aa iyya'aa isa faanaa deeman.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus bakka sanii ka'ee yeroo deemutti jaamonni lamaan ni horddofaniin, isaan'llee, «Yaa Ilma Daawiitii! Yabo'oo nu fayyis!» jedha'aa, ni iyyan turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus achii ka'ee adoo dabariisatti jiruu, namooti ballaan lamaan isa hordofanee, «Ilma Daawitii, nu marari!» jedhaa iyyane.