Matthew 9:29 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba Yesuus ila isaanii qaqqabee, “Akkuma dhugeeffannaa tessaanii isinii teetuu ti!” jedhe;
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Yesoni ila worra tuqe waan jed'eeni, D'ugefacha teesani gula ha isanii taatu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan Yesus ila warraa tuqee, “Akka dhugeeffachaa teessan ha isanii taatuu!” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa Yesuus, «Akka amantii keessanii isinii haa ta'u jedhee ija isaanii qaqqabe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Achiin maayessa Yesuus, «Akka amantaa keessanii isinii haa ta'u jedhee ija isaanii qaqqabe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaan duubatti Yesus ijoota isaanii harka isaatiin qaqabeeti, «Akka amantii keessan isiniif haa ta'u!» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Yesuus ila isaanii qaqqabee, «Akkuma dhugeeffannaa teessanii isinii teetuu ti!» jedhe;