Matthew 9:3 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba barsiisoti Seera Muuse'ee gariin, “Namichi kun Waaqa faanshessiisatti jira” jedhanee gadhaa ifii keessatti yaadatane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jari Seera beekhu toko waan woliini jed'e, Nami kunini Waaqa abaara!
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan jarii seera beeku tokko, “Namii kunin Waaqaa arrabsa!” waliin jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa barsiisonni Seera Muuse'ee gariin, «Namichi kun Rabbiin arrabsa» jedhanii garaa ufii keessatti yaadan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Achiin maayessa barsiisonni Seera Muuse'ee gariin, «Namichi kun Rabbiin arrabsa» jedhanii garaa ufii keessatti yaadan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yeroo kanatti barsiisonni seeraa tokko tokkoon isaan, «Naminni kun Waaqa irratti dubbii arrabaa ni dubbata!» jedha'aa, onnee isaanii titti ni yaadan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba barsiisoti Seera Muuse'ee gariin, «Namichi kun Waaqa faanshessiisatti jira» jedhanee gadhaa ifii keessatti yaadatane.