Matthew 9:30 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
ilti isaaniille banante. Achiin duuba Yesuus, “Beekkadha'a, waan kana nama tokkolle'etti hin himina'a” jedhee jabeessee isaan ajaje.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba ilti worra banamte, Ammo Yesoni nama tokoleti inhimina jed'e, worrati seere.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Duuba iltii warraa banamte, Yesus ammoo, “Nama tokkoolleetti hinhimnaa” jedhe, warratti seere.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijji isaanii hin banamte. Achiin maayessa Yesuus, «Waan kana eennullee akka hin beenne uf eeggadhaa'a» jedhee jabeessee isaan seere.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ijji isaaniillee hin banamte. Achiin maayessa Yesuus, eennullee akka hin beenne uf eeggadhaa'a» jedhee jabeessee isaan seere.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ijji isaanii'llee ni banaman, Yesus'llee, «Waan kana eennutti'llee hin himnaa!» jechu'uun, ciminnaan isaan ni ajaje.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
ilti isaaniille banante. Achiin duuba Yesuus, «Beekkadha'a, waan kana nama tokkolle'etti hin himina'a» jedhee jabeessee isaan ajaje.