Matthew 9:31 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan ammoo achii bayanee oduu marroo Yesuusii adaala lafa sanii maraan geyane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo worri yae, waan isaa lafa suni ch'ufa keesati odeese.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warrii ammoo yaa'ee, lafa sun cufa keessatti waan isaa hime.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan ammo achii bayanii biyya san marattuu waan isaa odeessan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaan ammoo achii bayanii biyya san marattuu waan isaa odeessan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isaan garuu deemanii, biyya san maratti waayee gurroo Yesusii ni odeessan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan ammoo achii bayanee oduu marroo Yesuusii adaala lafa sanii maraan geyane.