Matthew 9:33 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Durriis yennaa keessaa baafame, namichi afaan duudee ture dubbate; kolbaalle baaseffattee, “Waan akkasii kana Israa'el keessatti nuuti ijjumaa dhagginee hin beennu!” jette.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni jinni keesaa baase jennaani namichi duudaani kaani dubbate. Biyyiti maadefatte waan jette, Waan akana kana taka Israeli keesati ingarre.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii jinnii keessaa baase jennaan namichii duudaan kaan dubbate. Biyyitii maadeffattee, “Waan akkanaa kana takka Israa'el keessatti hingarre” jette.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haga Yesuus jinnii isa keessaa baaseen maayessa namichi afaan isaa duuda'aa sun hin dubbate; baniin baaseffatee, «Wonti akkanaa kun Israa'eeliin keessatti sirima ta'ee hin beeku!» jedhan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haga Yesuus jinnii isa keessaa baaseen maayessa, namichi afaan isaa duuda'aa sun hin dubbate. Baniin baaseffatee, «Wonti akkanaa kun Israa'eeliin keessatti sirimaa ta'ee hin beeku!» jedhan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Jinniin'llee isa keessaa yeroo bayetti namichi duudaan ni dubbate, ummanni'llee, «Wonitti akkanaa kun biyya Israa'eelii keessattuu, gonkumaa muldhatee hin beekkamu!» jedha'aa, ni maalaliffatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Durriisi yennaa keessaa baafame, namichi afaan duudee ture dubbate; kolbaalle baaseffattee, «Waan akkasii kana Israa'el keessatti nuuti ijjumaa dhagginee hin beennu!» jette.