Matthew 9:34 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Fariisaayoti ammoo, “Inni hunna mooticha durriisotaatiin durriisota baasa” jedhane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo Farisayooni waan jette, Inni jabeenna gudda jinnitiini jinni baasa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Fariisotii ammoo, “Innii jabeenna guddaa jinnitiin jinnii baasa” jette.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Fariisonni ammo, «Inni hunna mootii jinni'iitiin jinnii baasa» jedhan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Fariisoonni ammoo, «Inni hunna mootii jinni'iitiin jinnii baasa» jedhan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Fariisoonni garuu, «Inni jinniiwwan ka baasu, karaa itti gaafatamaa jinnooiiwwaniitiin» jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Fariisaayoti ammoo, «Inni hunna mooticha durriisotaatiin durriisota baasa» jedhane.