Matthew 9:36 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Inni akka hoolota tissee hin qannee kolbaa raakkattee fi qarqaarsa hin qanne yennaa dhagge nayeef.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gumi arginaani naheefi, maro isiini dad'abde qarqaarsa d'abde hooliye tissitu inqamne fakaatefi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Gumii arginaan, marroo isiin qarqaarsa dhabdee dadhabdee hooliyyee tissituu hinqamnee fakkaateef na'eef.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni banii akka hoolota tissee hin qabnee rakkatee fi gargaarsa hin qabne hennaa arge isaanii naye.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Inni akka hoolota tissee hin qabnee banii rakkatee fi gargaarsa hin qabne hennaa arge isaanii nayee,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ummanni garuu akka hoolota tissee hin qabnnee titti sarddamaniitii fi bitaa isaanitti ta'ee yeroo isaan argetti, isaanii ni gadde.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni akka hoolota tissee hin qannee kolbaa rakkattee fi qarqaarsa hin qanne yennaa dhagge nayeef.