Matthew 9:37 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yennaa san inni barattoota ifiitiin, “Midhaan haamamu gudda'a; worri haamu ammoo diqqa'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Yesoni waan jara isatiini jed'e, Mid'aani murani guddo, ammo nami mid'aani muru diqa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan Yesus jara isaatiin, “Midhaan muran guddoo, namii midhaan muru ammoo diqaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaaf darasoota ufiitiin akkana jedhe, «Midhaan haamamu gudda'a; worri haamu ammo hago'o.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
darasoota ufiitiin akkana jedhe, «Midhaan haamamu gudda'a worri haamu ammoo hago'o.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf barattoota isaatiin akkana jedhe, «Callaan baayi'e'e, hojjattoonni calla'aa garuu muraasa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa san inni barattoota ifiitiin, «Midhaan haamamu gudda'a; worri haamu ammoo diqqa'a.