Matthew 9:38 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Tanaaf abbaan midhaanii worra miidaan haamu gara midhaan haamamuu akka ergu daadimadha'a” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi abba mid'aani suni kad'ad'a aka inni nama mid'aani muru oobruti ergu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tanaaf akka innii nama midhaan muru oobruutti ergu abbaa midhaan sunii kadhadhaa!” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eegasuu abbaan midhaanii worra haamu gara midhaan haamamuu akka ergu Rabbii kadhadhaa'a» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Eegasuu abbaan midhaanii worra haamu gara midhaan haamamuu akka ergu faateeffadhaa'a» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Eegaa hojjattoota isaa gara hujii calla'aa titti akka erguuf, abbaa calla'aa kadhadhaanii.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf abbaan midhaanii worra miidaan haamu gara midhaan haamamuu akka ergu daadimadha'a» jedhe.