Matthew 9:4 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus yaada isaanii beekee, “Isin maaf waan hantuu akkasii gadhaa keessan keessatti yaadattan?
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni herega worraa beennaani waan jed'e, Maafi garaa keesani keesati hameenna akana kana hereddani?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus herrega warraa beennaan, “Maaf garaa keessan keessatti hammeenna akkanaa kana herreddan
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus yaada isaanii beekee, «Isin maaf waan hamtuu akkasii garaa keessan keessatti yaaddan?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus yaada isaanii beekee, «Isin maaf waan hamtuu akkasii garaa keessan keessatti yaaddan?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus'llee yaada isaanii beekee akkana isaaniin ni jedhe, «Waayee maali'iitiif waan hamaa kana onnee keessantti yaaddan?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus yaada isaanii beekee, «Isin maaf waan hantuu akkasii gadhaa keessan keessatti yaadattan?