Matthew 9:8 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Kolbaan yennaa tana dhaggitte baaseffattee, Waaqa baallii akkasii kolba'aaf kenne galateeffatte.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Biyyiti waan kana arginaani sodaate, Waaqa ka jabeenna akana kana namaa kenne guddifte.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Biyyitii waan kana arginaan sodaattee, Waaqaa ka jabeenna akkanaa kana namaa kenne guddifte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baniin haga kana argan maalalanii Rabbii baallii akkanaa namaa kenne galatoonfatan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Baniin haga kana argan maalalanii, Rabbii baallii akkanaa namaa kenne ulfeeffatan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ummanni'llee yeroo kana arganitti ni maalalffatan, aangoo akkana kana'llee namaa kennuu isaatiif, Waaqa galateeffadhaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan yennaa tana dhaggite baaseffattee, Waaqa baallii akkasii kolba'aaf kenne galateeffatte.