Micah 1:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nyaapa keenna ka Gathi jiru, aka nu dabsatani, iti inhimina; boha teesani worra argu d'owa. Worra Beth-Leafra, aka ufi jibbattani, biyye keesa gangalad'a, garsiisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rakkoo nu irra gaye diintota teenna ta Geetiin keessa jiranitti hin himinaa'a; achitti sirima hin booyinaa'a; worra keenna ka Oofraa jiran keessatti ammo daaraa irratti gangalata'aa booyaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qachaa Gaatii keessatti waan kana hin odeessina'a; qachaa Aakoo keessatti hin bowina'a; qachaa Bet-le'aafra'aa keessatti bukuu keessa gangaladha'a.